Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yakobo 1:6 - KITAABA WAAQA

6 Yo kad'ate inni d'ugefachu male, diqole rinch'ich'u himmalle; wonti akanatiifi nami rinch'ich'u ch'ufti aka d'awa galaana ka bubbeeni d'ooftu jira.

Gade chapit la Kopi




Yakobo 1:6
14 Referans Kwoze  

Nami tokoleeni, d'ugefacha male, dandae Waaqa ingammachiisu. Nami Waaqati d'ufu, aka Waaqi jiruufi aka Waaqi worra isa barbaadu eebisu d'ugefachu male.


Iti deebine ijoolle d'awaani galaana d'od'ooftu intaanu yokhaani ta barsiisaani nama d'ara ch'ufti chochooftu intaanu, ka malteeni nama d'ibi kara ira gorsu.


Abdi nu eegannu jabeesiina, waan nu aka Waaqi kakhu ufi guutu heregannuufi.


Barsiisaani d'ibiini ta qajeeltu intahiini, d'uga ira isani ingorsiini. Guddo dansa yo eebiti Waaqa garaa nu jabeesite, fulla seera sagale gula yaani ira; wonti akanatiifi worri seera kana gula yau qarqaarsa tokole ira inarganne.


Anini nama ch'ufa ka fulla ch'ufati Waaqa kad'atu fed'a, nama Waaqa jaalatu ka dalansufi wolmormiti male harka olqabate kad'atu.


Worri kunini aka eela madda inqamne jira, aka dumansa bubbeeni fuutu jira; Waaqi ya dukana sipe keesati fulla worraa mid'aase.


Atini lola yau fakaatta, ka nami indandeenne, ammo atini worrati gudda intaatu, waan gulanta takarfatte sire abbeeti d'at'e waan fafa taateefi.


Jennaani Petroni waan jed'eeni, Aabbo, yo d'uguma si taate, Bisaani gubba deemi kooti naani jed'i.


tanaafi kai, gadi bui, worra woliini deemi, insodaatini; anati worra erge.


Nami akana kunini waan Aabbo ira wo argatu insehiini,


Kad'achaani tunini, yo d'ugefachaani tolchani, nama suni imfayifti: Aabbooni isa imfayisa, daba inni tolchele inaraaramaniifi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite