Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yakobo 1:15 - KITAABA WAAQA

15 Duuba d'araani isaa hamtuuni taani garaachoofte daba d'alti; ammalle dabi, eegi guddate duisa d'ala.

Gade chapit la Kopi




Yakobo 1:15
21 Referans Kwoze  

Ilaala, aka ch'ubbichi waan hamtu tae garaa ufii keesati uumu. Inni waan hamtu malate kiyyiba gadi d'ala.


Nami ch'ubbu malate waan hamtu tolchu worruma kana; garaani worra woma d'araati guuta.


ammo mid'aani mukha waan dansaafi hamtu ch'ufa gargari nama hubachiisu inyaatini, yo nyaatte guyyuma suni doota.


Isani gaadisa koraa d'at'ani, dubbi d'araatiini nama himatani. Isani d'ara gula yaatani kara sunini d'uga barbaadani. Hameenna hereddani waan hamtu nama tolchitani.


Duuba niitiini aka mid'aani mukha suni nyaataa dansatiifi ilaa mid'aago agarte, ammalle aka isaani hubacha namaa kennani d'ageennaani buqifte nyaatte d'iirsale kennite innileeni nyaate.


Jennaani nami Yeso toko ka Yuda Iskariote jed'ani gara qaalole gugurdo d'aqe


Muummeeni ch'ubbichatifi ta nama Waaqa diduleeni booluma duati.


Daudini nama iti erge yaame, worri suni isiini d'ufe, jennaani inni isi bira rafe. (Isiini d'io aada uwa d'iqate qulqulloofte.) Duuba isiini kaate galte.


Nami d'uga ch'alla gula deemu injiraata, ammo ka waan hamtu tolchu indua.


Isani mala woma keesa injirre d'aatani, wonti isani tolchitani tokoleeni woma imbaatu. Lubbuuni tiyya ibida isani balleesu fakaati.


Ammo waan anini isaniini jed'u, Nami d'araani nad'eeni millatu yayu garaa ufi keesati waan hamtu tolche.


Ammo nama ch'ufa d'araa isaa hamtuti ilaalata, hojja hirkifte isa sobdu.


Fed'i isatiini inni dubbi d'ugatiini nu uume, aka nu uumama isa ch'ufa keesa angafa taanu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite