Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yakobo 1:14 - KITAABA WAAQA

14 Ammo nama ch'ufa d'araa isaa hamtuti ilaalata, hojja hirkifte isa sobdu.

Gade chapit la Kopi




Yakobo 1:14
24 Referans Kwoze  

Tanaafi jireenna keesani dullacha duri, ka waan isani duri taatani isani tolche — jireenna duri ka d'araani hamtuuni balleesite baafad'a.


Ammo wonti afaani keesa baha, herega garaa keesaa d'ufti Duuba suniti nama t'ureesa.


Ammo aka dabi nama tokole yake sobe mata injabeesine, guyya ch'ufa woli qarqaara, haga t'aafiini, Arra jettu ch'ufa.


Nami akana kunini namuma daara nyaatu fakaata. Daallumti isaa isa balleesite qarqaarsa isa d'owarti. Inni aka wonti inni harkaani mid'aafate kad'atu sunini waan d'ara, ka waaqa intahini, ee injed'u.


Yoosi waan dansati na ijeese? Hiyyo, akasiiniti. Dabati na ijeese; dabi waan dansa fuud'e duisaani nati d'ufe, aka wonti isii ch'ufti mullattu. Tanaafi dabi maro seeratiifi haga durile ira hamaate.


Waan ch'ufa ira, herega kanke tissi, wonti akanatiifi heregi kanke suni madda jireenna sii taha.


Ammo waan anini isaniini jed'u, Nami d'araani nad'eeni millatu yayu garaa ufi keesati waan hamtu tolche.


Wonti akanatiifi dabi qoomni argate, seera keesa seene na sobe; kara seeratiini dabi na ijeese.


Anini taka soba nami na sobe aduufi jia harka iti qabi d'ungad'i guddisi naani jed'e, gula imbaane.


Yo anini taka nad'eeni biyyaati d'arae, balbala jalati d'okhad'e eege,


Waan kanati nama t'ureesa. Ammo harka t'uritiini nyaachaani nama int'ureesitu.


AABBO Waaqi aka hameenni namaa lafa ira dabre, ammalle heregi garaa worraa hojja ch'ufa hama arginaani,


AABBO Waaqi ch'inch'a fooni gubani suni suufe jennaani waan ufiini jed'e, Anini deebie namaa jed'e lafa inabaaru, ato heregi garaa isaa haguma inni d'alate hamale tahe, yokhaani anini waan lubbu qaba aka qara balleese kana deebie imballeesu.


Worra Israeli, anini isani balleesa! Eentu isani qarqaara re?


Duuba niitiini aka mid'aani mukha suni nyaataa dansatiifi ilaa mid'aago agarte, ammalle aka isaani hubacha namaa kennani d'ageennaani buqifte nyaatte d'iirsale kennite innileeni nyaate.


Daudini nama iti erge yaame, worri suni isiini d'ufe, jennaani inni isi bira rafe. (Isiini d'io aada uwa d'iqate qulqulloofte.) Duuba isiini kaate galte.


Jennaani Lubbuuni Yeso lafa aloo geesite, aka Sheet'ani ilaalatu.


Nami tokoleeni, yo ilaalatani, Waaqati na ilaalate injed'iini. Wonti akanatiifi hameenni dandae Waaqa inilaalatu, Waaqileeni nama tokole inilaalatu.


Duuba d'araani isaa hamtuuni taani garaachoofte daba d'alti; ammalle dabi, eegi guddate duisa d'ala.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite