Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 9:7 - KITAABA WAAQA

7 Amma duuba isani hora deebana, dagaaga daga hora.

Gade chapit la Kopi




Uumama 9:7
7 Referans Kwoze  

Waaqi Nuhufi ilmaani isaati eebise waan jed'eeni, Hora bula, daraara, lafa ira dabra.


Nami ch'ufti ka lafa keesa jiru ilmaani Nuhu tana sadeeni iraa hore.


Waan lubbu qaba ka hobolo keesa jiru ch'ufa gadi baasi, simpirrele taanaani, bineensa taanaani, hori taanaani, ammalle waan lafa ira lohu taanaani ch'ufa gadi baasi, aka worri hore lafa guute deebanu.


eebiseefi waan jed'eeni, Ilmaani hora, lafa guuta fida, ammalle qurt'umi baariinitifi waan gubbaa barisatiifi waan lubbu qaba ka deemu ch'ufa mohad'a.


Waaqi waan Nuhufi ilmaani isaatini jed'e,


Waaqi waan jed'eeni, Anini Waaqa Gudda; daraari, ilmaani heddu d'ali. Gochiti hedduuni siraa uumamte, hayyooti hedduuni si keesaa baati.


Wolfuud'a ilmaani d'ala; ilmaani teesanile wolfusisa, worrileeni ha ilmaani d'aluti indiqaatina, hora, lafa ira dabra.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite