Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 9:5 - KITAABA WAAQA

5 Yo d'iiga keesani buusani, anini gati ira qaba. Yo nami yokhaani bineensi d'iiga suni buusele, anini gati ira qaba.

Gade chapit la Kopi




Uumama 9:5
26 Referans Kwoze  

Nama nama d'ae ijeese, isale ha ijeesani.


Waaqi nama gaargala keesa jiru ch'ufa inqaabata; inni boha isaani inded'u, inni nama worra dabsule haalo fuud'a.


D'iigi worra woma iyakini ch'ufti mata keesani gubba jira, d'iiga Habiliti haga d'iiga Zekaria ilma Barakia, ka isani Mana Waaqatiifi waan sorio irati baasani jiddu lamanti ijeeftani.


Biyya keesa deemtani d'ara odeesitani gurra nama imballeesina; hojja nama dubbini qoraani ira deebite lubbu iti taate, ka isani waan suni beetani inch'alisina. Anini AABBO Waaqa.


Inni nama toko iraa gosa lafa ch'ufa keesa teetu uume, lafa ch'ufa keesa qubsise. Isumati qara bara gochiti suni teetufi seera lafale tolche.


Reubeniini waan jed'e, Anini gaafasi, Waan tokole isa intolchina jed'e, ammo na ch'aqasu diddani. Amma gati d'iiga isaatiifi nu gaargalchani.


Kara kanaani Waaqi Abimeleki gati daba isaa, ka inni abba ufuti dabe, gaafa oboleyaani isaa ta torbatama fit'e baaseefi.


Ammo keessuma nama, nama woma iyyakini ka mana ufi keesa ufumaa rafu ijeese, hagasi ira wo tolchani! Amma anini haalo isaa, isani ijeese lafa ira isani balleesa!


Akanaani hayyichi huji dansa Yehoiyadani abbaani Zekaria tolcheefi ded'e, ilma isaa ijeese. Zekariani ato lubbuuni keesaa imbahini, waan jed'e, AABBO Waaqi waan kana arge ha haalo na baasuti!


Nama nama ijeesu ha ijeesani,


Nami hori ijeese ha fulla kayuli, ammo nama nama ijeese isaale ha ijeesani.


Ammo yo nami sibiila taanani, d'akhaa taanaani, mukha taanaani, waan sunini nama d'ae ijeese, inni nama karka d'iigati, isale ijeesuu malani. Nami miilo aanti


yokhaani tontomooni d'ae ijeese, nami sunini nama harka d'iigati, tanaafi isale ijeesuu malani. Nami miilo aanti nama ijeesani suni, nama harka d'iiga suni ijeesuu male. Yo isa arge ch'ufa ijeesuu male.


Ammo yo nami nyaapa ufii gaade beekha ijeese dira suni tokoti baqate,


duuba jaaroleeni dira inni keesati d'alate suni ha nama ergite, isa qabani, harka fiit'a namicha inni ijeese suniti kennani; akanaani nami suni isa ijeese haalo baafatu. Nama akasi suni diqole


Amma waan isa tolchu malani qalbi tante gula tolchi, ammo ato inni jaarsale taate inni ufiini induiini ijeesi.


Haati Ahazia akuma lubbu ilma isii d'ageeteni, kaate nama fiit'a hayyu ch'ufa, fit'a jette.


Hojattuuni Amoni isati malate, mana hayyu keesati isa ijeefte.


Jennaani worri Yuda jara isa ijeese kaani hobaase, ilma isa ka Yosia jed'ani hayyu tolche.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite