Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 9:4 - KITAABA WAAQA

4 Ammo fooni d'iigi keesaa imbahini inyaatina, wonti akanatiifi jireenni d'iiga ke jira.

Gade chapit la Kopi




Uumama 9:4
15 Referans Kwoze  

Eegad'a, d'iiga ch'alla insooratina; wonti akanatiifi jireenni d'iiga keesa jira, tanaafi jireenna sunifi fooni ka woliini jira insooratina.


Ammo d'iiga hori suni insooratina. Fulla sooratani, aka bisaani lafati jissa.


Ammo d'iiga isaani insooratina aka bisaani lafati jissa.


Ammo nu tatabe d'aamsa nagaya worraa t'aamna, aka worri sagale waan harkaani boch'ani baasani dide, algalooma ira ufi d'owe, waan hud'ani ijeesani yokhaani d'iigale lagatu.


Isani fulla jirtani ch'ufa d'iiga simpirre yokhaani bineensafi horile tokole insoortina.


sagale waan harkaani boch'ani baasani inyaatiina; d'iigafi waan hud'ani ijeesaniifi algalooma lagad'a. Yo isani waan kana ch'ufa lagattani waan dansa tolchitani. Nagayaati taa.


Tunini aada isani haga jiru jireenna jabeesu maltani aka nami keesani tokoleeni gabbinnafi d'iiga insooranne.


Wonti Waaqi uume ch'ufti dansa; waan tokole didu himmalle, ammo waan ch'ufa galata deebisani fud'achu malani;


Fooni d'iiga qaba inyaatina, waan falfala fakaata tokole intolfatina.


Nu garaa tokooni wolwoldeenne, aka nama fohanne jaalaani teenna Barnabafi Paulo woliini isaniti erginu buufanne.


Bineensa tokole ka ufiini due inyaatina, nama gosa d'ibi ka isani keesa godaanu kenna, ha nyaatuti, yokhaani nama d'ibi alalle iti gurgura. Ammo isani ka AABBO Waaqa keesaniti; gumi isaati. Ilmoole haad'a hootu na ind'aabiina.


tanaafi waan nyaapa ira boojiani kaaniti oriani, hooliyeefi looni fuud'ani achumati qaqalani, fooni d'eed'i ka d'iiga qaba nyaatani.


Duuba waan atini worraani jettu, AABBO Waaqi guddaani waan jed'u, Isani fooni ato d'iiga keesaa imbaasini nyaattani, waaqa d'ara ka harkaani boch'ani kad'attani, namale ijeeftani. Ka isani ufiftu akasi taatani, lafti maanini teesani taati re?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite