Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 9:23 - KITAABA WAAQA

23 Jennaani Shemufi Yafethiini woya fuud'ani, gurmu ira keeyatani duddubaani yaani, woya iti uyisani, mata dalla qabatani, aka qulla abbaa ingarre.

Gade chapit la Kopi




Uumama 9:23
11 Referans Kwoze  

Oboleyaani tiyya, yo nami ato imbeekhiini wollaala seene, isani worri Lubbu Waaqa qabu ha isa qajeelchuuti; ammo kara laanatiini tolchu malani. Ufi tissi, aka atileeni ilaalacha keesa inseenne.


Abbeetiifi haateti saalfad'i, aka lafa AABBO Waaqi sii kenne keesati lubbuuni tante d'eerattu.


Waan ch'ufa ira woljaalad'a, wonti akanatiifi jaalalti daba heddu d'ossiti.


Nama ch'ufa ch'eera, oboleyaani ta d'ugefatte jaalad'a, Waaqa sodaad'a, hayyulee ch'eera.


Yo jaarsa gumi himatani haga nami lama sadi d'uga iti bahuti dubbi suni inch'aqasiina.


Jaarole ta nama dura yaate huji dansa hojattu hori gudda baasuufi malani, keesuma worra aka dansa hojate nama barsiise dubbi odeesu.


Nama jaarsa fakatu tokole inch'ersini, ammo aka abbeeti saalfad'ufi gorsi. Kaimale aka oboleyaani teeti tolfad'u.


Tanaafi waan worraa baasu malani baasa; damoosafi gibira baasa, guddinnaafi ulfinna worra ch'ufa agarsiisa.


Jaarole saalfad'a, duraa kaa. Nale sodaad'a, anini AABBO Waaqa.


Duuba Hamuuni, ka abba Kanaani, aka abbaani qulla waaro isaa keesa ch'iisu arge jennaani gabahe, d'aqe oboleyaani isaa taani lamaaniti hime.


Nuhuuni machiini iraa galte jennaani waan gurbaani isaa maand'ichi isa tolche beekhe


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite