Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 9:17 - KITAABA WAAQA

17 Sunini akheekha anini sifi waan lubbu qaba ch'ufa woliini tolfad'e.

Gade chapit la Kopi




Uumama 9:17
4 Referans Kwoze  

Waaqi waan jed'e, Akheekhi wold'aqisa ka anini sifi waan lubbu qaba ka si woliini jiru ch'ufaani haga jiru jireenna tolfad'u kana:


Yo anini ule tiyya ta dumansa keesa mullattu argu, anini wold'aqisa jiru jireenna ka sifi waan lubbu qaba ch'ufa woliini tolfad'u qaabad'a.


Ilmaani Nuhu ta hobolo keesaa yaate, Shemu, Hamu ammalle Yafethi. (Hamuuni abba Kanaani.)


Anini amma wold'aqisa sifi ilmaani tante woliini tolfad'a,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite