Uumama 9:15 - KITAABA WAAQA15 wold'ageeti anini sifi waan lubbu qaba woliini tolfad'e inqaabad'a; duuba fach'ai bisaani ituma deebie waan lubbu qaba imballeesu. Gade chapit la |
Ee Waaqa, Waaqa keenna, guddinni kanke waan akami! Jabeenni kanke akami nama naasise nama mudamsiisa! Atini kara d'ugaatini kakhu duri nu kakhate ch'ufa guuta. Haguma duri bara hayyooti Ashuru nu dabsite haga arrale, nu akasuma gaargala qamna! Hayyootafi jaaroleefi qaaloleefi raagootafi ababootafi gumiini teennaleeni ch'ufti la guddo gaargalte; gaargala keenna gudda suni qaabad'i!