Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 9:13 - KITAABA WAAQA

13 Anini ule tiyya gubbaa dumansa keesa d'aaba, isiini duuba akheekha wold'ageeti tiyyatiifi ta lafa ch'ufa taati.

Gade chapit la Kopi




Uumama 9:13
5 Referans Kwoze  

ifsa bifa ule Waaqaa ch'ufa qabuuni fulla ch'ufati ifsite. Kunini ifsa bibiliqu, ka aka AABBO Waaqi arti jiru, garsiisu. Anini waan suni ch'ufa arginaani isa durati lafaani ufi d'ae qonqo nami dubbatu d'agaye.


Jennaani anini malaika guddo d'ibi, ta gubbaa gadi buutu arge. Isiini dumansa aka woya keyatte, ule Waaqa matati mamaratte; fuuli isii aka adu jira, miili isii aka utubaa ibida jira.


Fuuli isaa akuma d'akha daalachafi diima ifse; ammalle d'awatu barch'uma suni ule Waaqa, ta aka waan dotaatu fakaatuti jira.


Waaqi waan jed'e, Akheekhi wold'aqisa ka anini sifi waan lubbu qaba ka si woliini jiru ch'ufaani haga jiru jireenna tolfad'u kana:


Hojaani anini gubba dumansaani d'osse ule tiyya keesa d'aabe,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite