Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 8:7 - KITAABA WAAQA

7 haranqeesa toko alati gad'iise. Ammo haranqeesi suni hoboloti deebiu dide, haga bisaani fooqataniti lafa mare.

Gade chapit la Kopi




Uumama 8:7
7 Referans Kwoze  

Inni sagale horii kenne, ilmaani haranqeesale, hojja isiini isaa kad'atu, nyaachisa.


Eenuti haranqeesa beelaa lafa maru, ka ilmaani isa sagale nati bootu, nyachisa?


Inni dareera suni keesaa bisaani d'uge, haranqeesileeni galgalaafi diirama ch'ufa qit'afi foonile d'ufanifi.


Dareera suni bisaani keesaa d'udde, duuba anileeni sagale haranqeesani sii erga.


Guyyaani afurtama hobae jennaani Nuhuuni deresha hobolo inni jaare taani bane,


Jennaani sabaliisa tokole alati gad'iise, aka inni aka bisaani fooqatani laalu;


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite