Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 8:2 - KITAABA WAAQA

2 Bisaani gubbaa baafatanifi jala farqatani kaani ch'ufti ch'itani, bokeenileeni ch'aame,

Gade chapit la Kopi




Uumama 8:2
10 Referans Kwoze  

Gaafa ganni Nuhu d'ibba jaa, jia lameeso, guyya kud'ani torbeeso, guyya suni, bisaani jalaa olfarqatani gubbaale gabaafatani.


Anini nama jala hojad'a, askartileeni na jala jirti; yo anini nama tokooni. Deemi jed'u, indeema; yo ka d'ibiini, Kooti jed'u, ind'ufa. Ammalle yo anini tisse tiyyaani, Waan kana tolchi jed'u, intolcha.


Atini d'immu baariini qile keesa na buufte, ka bisaani gama ch'ufa na marsani, fach'aafi d'aawaani bisaani na gubbaa baate.


Eenuti qalbi dumansaani hedu qaba? Eenuti dandae butte gubbaa qaarise bokaya biyye d'oqe tolchu keesaa jisse?


Eegi torbaani toko bokaya jabaa rooba, ka halkanifi guyya afurtama garagari inch'inne, aka waan lubbu qaba, ka anini mid'aase ch'ufa, lafa iraa balleesu.


Guyya afurtamatiifi halkani afurtama bokai akasuma lafa gubbati roobe.


Atini taka madda d'immu bisaani keesa jirtu ya d'at'e? Atini taka bisaani baariini keesa lit'e, lafa ira ya deemte?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite