Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 7:6 - KITAABA WAAQA

6 Gaafa lolaani fach'ae lafa fud'ate ganni Nuhu d'ibba jaa.

Gade chapit la Kopi




Uumama 7:6
4 Referans Kwoze  

Eegi Nuhuuni ganna d'ibba shani gahe, inni ijoolle d'iira sadi d'ale, ta Shemufi Hamufi Yafethi jed'ani.


Ganni Nuhu d'ibba jaafi toko geennaani, guyya qara ka jia qara, bisaani fooqatani. Jennaani Nuhuuni hobolo gubbaa buqise, gama ch'ufa millate lafa goddu arge.


D'ufiisi Ilma Nama aka gaafa Nuhu taha.


Gaafa ganni Nuhu d'ibba jaa, jia lameeso, guyya kud'ani torbeeso, guyya suni, bisaani jalaa olfarqatani gubbaale gabaafatani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite