Uumama 7:23 - KITAABA WAAQA23 AABBO Waaqi waan lubbu qaba, ka lafa gubba jira ch'ufa balleese — nama taanaani, bineensa taanaani, waan lafa ira lohule taanaani, ammalle simpirrele taanaani. Nuhufi waan isa woliini hobolo keesa jiru ch'allati hafe. Gade chapit la |