Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 7:22 - KITAABA WAAQA

22 Wonti lubbu qaba, ka lafa gubbaa jira, haguma geetuuni hobaate.

Gade chapit la Kopi




Uumama 7:22
3 Referans Kwoze  

Jennaani AABBO Waaqi biyye lafa iraa fuud'e nama tolche, hafuura jireennaa funaaniti afuufe, nami suni sunumaani jiraate lubbu argate.


Duuba anini bokaya guddaani d'ufa, aka lolaani lafati fach'ae waan lubbu qaba ka lafa jira ch'ufa balleesu. Wonti lafa gubbaa jira ch'ufti indooti,


Akanaani Waaqi bineensa gosa ch'ufa, ka lafa ira lohufi ka illoonnefi ammalle horile ch'ufa, woliini uume. Waaqi wonti kunini dansa arge.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite