19 Bisaani aka taka inargini guddatani gaareeni d'ed'eertule ch'ufa fud'atani d'ossani;
ammalle bisaani lolatiini lafti duri badde.
Kad'achaani gaara irati nu waaqa d'ara kad'annu woma nu imbaane, qarqaarsi Israeli garuma AABBO Waaqa keenna ch'allaa d'ufa.
Oolaani, hojja Waaqi roobu didu, d'ufti; bisaani hojja inni bokaya roobu, lafati fach'aani.
Bisaani guddatani lafa iraa guddo olbahani duuba hobolooni bisaani suni gubbaa deemte.
bisaani guddatani olbahani gaareeni d'ed'eertule d'und'uma kud'ani shanitiini oldabrani.