Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 7:17 - KITAABA WAAQA

17 Lolaani haga bulti afurtama fach'ae, bisaani lafa ira dabrani, hobolo lafa ira olfuud'ani.

Gade chapit la Kopi




Uumama 7:17
5 Referans Kwoze  

Eegi torbaani toko bokaya jabaa rooba, ka halkanifi guyya afurtama garagari inch'inne, aka waan lubbu qaba, ka anini mid'aase ch'ufa, lafa iraa balleesu.


Guyya afurtamatiifi halkani afurtama bokai akasuma lafa gubbati roobe.


Bineensi, kormafi d'alaani, ka gosa ch'ufa, akuma Waaqi Nuhuuni jed'e, olduude jennaani AABBO Waaqi balbala iti ch'ufe.


Bisaani guddatani lafa iraa guddo olbahani duuba hobolooni bisaani suni gubbaa deemte.


AABBO Waaqi mana ufii gubbati jaarate, gubba suni lafaani gubbaa tolcha. Inni bisaani baariini gayaame lafa gubbati jissa. Maqaani isaa AABBO Waaqa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite