Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 6:15 - KITAABA WAAQA

15 Aki atini isi jaartu akana: lafa ira d'eerinni d'und'uma d'ibba sadi, ballinni d'und'uma shantama, oli d'eerinni d'und'uma sodoma.

Gade chapit la Kopi




Uumama 6:15
4 Referans Kwoze  

(Gosa Refai keesa nami hafe hayyu Ogu. Sire isaa ta sibiilani mid'aasani, d'eerinni d'und'uma sagali, balinni d'und'uma afuri aka biima gaafasi gula. Sire suni haga arrale lafa gosa Amoni dira Raba keesaati dandaani argani.)


bisaani guddatani olbahani gaareeni d'ed'eertule d'und'uma kud'ani shanitiini oldabrani.


Hobolo guddo mukha jabaani jaari, garaa keesa kuta heddu iti tolchi, waan bisaani dandaani iraani inseeneeni keesafi alalleni d'oobi.


Hobolo suni gubbaa jaari duuchi, fiit'eeni hoboloo ha qota isii d'und'uma tokooni ira d'eerattu. Hobolo keesati balbala mid'aasi, ammalle fulla keesati galani sadi wolgubbaa jaari.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite