Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 49:23 - KITAABA WAAQA

23 Nyaapi isaa guddo isaa had'e, guubefi t'iyaani reebe.

Gade chapit la Kopi




Uumama 49:23
12 Referans Kwoze  

eela bisaani inqamne gogeesa keesa buuse.


Worri aka goraade araba ufii qare, dubbi hamtu aka t'iya abbira.


Bunat'uuni gosa Midiani d'ufte jennaani Yusufu boola keesaa fuud'ani qarsi diddamati worra gosa Ishmaeliti gurgurani; duuba worri Yusufu fud'ate lafa Misiritiini gale.


garaa worra d'ugefate jabeese aka d'ugefacha keesa taani gorse waan jed'e, Nu gaargala guddaani Finna Waaqa argachu malle.


Waan kana anini ya isaniti hime, aka na keesa nagaya argattani. Lafa keesa d'ipu argattani, ammo garaa jabaad'a! Anini ya lafa dabsad'e.


Aka male na had'ani na dabsachu gahani, jennaani AABBO Waaqi d'ufe na qarqaare.


waan woliini jed'ani, Me laala, nu gati daba keenna argachu jirra, ta gaafa nu oboleesa keenna dabsine, inni gaafasi naasu nu kad'ate, nu ammo nahuufi dinne; tanaafi amma gaargali kunini nu qabate.


Ato inni gama gadeemu, oboleyaani isaa agarte durati ijeecha


Oboleyaani isaa aka abbaani isaa worra ch'ufa ira isa jaalatu arginaani isa jibbite dubbi hamtu iti dubbatte.


Yusufuuni harre diidaa, ta madda d'aatu ejitu fakaata, inni bukhura sokhara gaara deemu.


Ammo guubeeni isaa inchochoone, harki isaaleeni jabeenna qaba, ka Waaqi Guddaani ka Yakobo kenneefi, yokhaani ka Tissaani Jabaani Israeli tolcheefi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite