Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 49:22 - KITAABA WAAQA

22 Yusufuuni harre diidaa, ta madda d'aatu ejitu fakaata, inni bukhura sokhara gaara deemu.

Gade chapit la Kopi




Uumama 49:22
19 Referans Kwoze  

Ka maand'a maqa Efraimu baaseefi waan jed'e, Waaqi ya lafa anini keesa gaargale keesati na daraarse.


Niitiini tante aka mukha zabibu ka mid'aani guddo baasu jirti mana kanke keesati; ammalle ilmaani tante ta d'iira mukha ejersa, ka d'aatu mesa keeti jiru, fakaati.


Lafa Misiri keesa Yusufuuni ijoolle lama d'ale, tanaafi worri Yakobo ch'ufti wolti torbatama, ka lafa Misiriti godaane.


Dameeni isaa jajabdu, isiini baate boku hayyootaa taate. Mukhi sunini d'eerate dumansa tuqe, nami ch'ufti aka inni d'eerate bosone arge.


Ayyaana isaati, ka AABBO Waaqa sodaate kara isaa gula deemu.


Malaikaani ta gaargala ch'ufa keesaa na baafte isi eebisinna! Maqa kiyyafi ka abbooti tiyya Abrahamufi Isaaqoleeni ijoolle tanaani imbadiini! Isiini ha daraarte ijoolle heddu d'altuti!


Ilmaani tante lamaani, ta lafa Misiri keesati ato anini ind'ufini si d'alate, tiyyuma; Efraimufi Manaseeni akuma ilmaani tiyya Reubenifi Simeoni tiyya.


Eegi suni waan Yusufuuni jed'ani, Abbe fayyaniti, beekhi. Duuba inni ilmaani isaa lachu Manaseefi Efraimu fuud'e abba argu d'aqe.


Nyaapi isaa guddo isaa had'e, guubefi t'iyaani reebe.


Isiini gaareeni gaadiseesite, dameeni isiileeni hind'eesa gugurdale gaadiseesite.


Ato Israeliini aka ilaadu baate mid'aadele, bubbeeni AABBO Waaqa gara ilaboruti lafa aloo keesaa d'ufte, maddofi eela worraa gossite, waan dadansa ch'ufa iraa fud'atti.


Jennaani inni Yusufu eebise waan jed'e, Waaqi abbootini tiyya Abrahamufi Isaaqooni hojatteefi ijoolle tana eebisinna! Waaqi ka haga arra naani gahe isi eebisinna!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite