Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 48:9 - KITAABA WAAQA

9 Yusufuuni waan jed'eeni, Tunini ilmaani tiyya, ta Waaqi lafa Misiri tana keesati naa kenne. Inni waan jed'eeni, Natiini kooti, ineebisaafi.

Gade chapit la Kopi




Uumama 48:9
18 Referans Kwoze  

Sagale miooftu anini fed'u d'aabi naa kootiini, aka anini nyaad'e, ato induiinu si eebisu.


Esauuni ufi d'aatu millate nad'eenifi ijoolle arge, Worri isani woliini jirtani kunini ka eenu jed'eeni? Yakobooni waan jed'eeni, Aabbo, ijoolleeni tunini ta Waaqi eebaani naa kenne.


D'ugefachaani Yakoboni, ato induiini, ilmaani Yusufu ch'ufa eebise. Inni ule ufiti hirkate Waaqa kad'ate.


Anaafi ilmaani AABBO Waaqi naa kenne kunooti. AABBO Waaqi guddaani, ka gaara Sioni gubba tau, yayu nu erge, aka nu akheekhafi beesisa worra Israeliti taanu.


Ijoolleeni waan AABBO Waaqi namaa kennu; isiini eeba d'ugaa ta isa iraa argatani.


Waaqi raaga hayyu, ka Hemani jed'ani, ilmaani d'iira kud'ani afurifi dubra sadi kenne, akuma inni iti kakhate kaani, aka akasiini inni jabaatu.


Anini aka ilma argad'u AABBO Waaqa kad'ad'e jennaani inni gurba kana naa kenne.


Akanaani isiini garaachoofte ilma d'alte maqa isaa Samueli baafteefi waan jette, Anini isaa jed'e AABBO Waaqa kad'ad'e.


Tunini eeba Musani, nami Waaqa, ato induiinu, gumi Israeliti eebise.


Worri kunini gosa kud'ani lama ta Israeli; ammalle wonti abbaani worrani jed'e gaafa Nagayaati jed'e eebiseefi suni.


Yakobooni Raheliti dallane waan jed'eeni, Anini Waaqa qara, ka d'alu si d'owe?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite