Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 48:4 - KITAABA WAAQA

4 waan naani jed'e, Anini si daraarse ilmaani tante heddu taati; lafa tanale sifi ilmaani teetii kenna, haga jiru jireennale teesani taati.

Gade chapit la Kopi




Uumama 48:4
20 Referans Kwoze  

Lafa amma atini iti keessuma tana anini sifi ilmaani teeti kenna. Lafti Kanaani ch'ufti ta ilmaani teeti taati haga jiru jireennale, anileeni Waaqa worraa taha.


Waaqi waan jed'eeni, Anini Waaqa Gudda; daraari, ilmaani heddu d'ali. Gochiti hedduuni siraa uumamte, hayyooti hedduuni si keesaa baati.


Gaafa ka waan ch'ufa ira jiru lafa gosaa qoode, gaafa inni ilmaani namaa gargari baase, inni gosa ch'ufa lafa kenneefi, gumi Waaqa gula.


Ammo d'alooti Israeli hore deebane lafa ira dabre lafa suni ch'ufa guute.


Gochiti Israeli lafa Misiri arda Gosheni keesa teete achiti horte daraarte ilmaani heddu d'alte.


Anini Waaqa, Waaqa abba keetiti; lafa Misiri d'aqu insodaatini; achiti gosa guddo si tolcha.


Ammo atini qara waan jette, Anini nagaya si guute si daraarse ijoolle heddu ta aka maansa galaana si tolcha jette.


Waaqi Guddaani si eebise halkuma si qajeelche, ilmaani heddu sii kenne akasiini gosa heddu si tolchinna.


Anini ilmaani heddu ta haga urji garaa Waaqa geetu sii kenne lafa tanale ch'ufa ilmaani sunii kenna. Gochiti ch'ufti ilmaani tante gula eeba argatti.


Anini inkakhad'a, aka ilmaani heddu ta aka biyye tana, yokhaani ta haga urji Waaqa gubbaa geetu, sii kennu. Ilmaani tanteleeni nyaapa ufii dabsatte,


Nama d'alate ch'ufa qabuufi malani, akanaani wold'ageetiini teenna nafa keesani ira mullatti, haga jiru jireenna.


Anini ilmaani guddo sii kenna, ta gosa guddo taatu. Anini si eebise maqa dansa sii kenna, aka maqa kanketiini namaa eebisani.


Tanaafi worri Misiri nama irreeni worra Israeli hojachiisu, ka worra dabse waan ulfo baachisiisu, iti tolche. Duuba worri Israeli dira Pithomufi Ramesesi Farao jaare, aka inni keesati wo olkeyatu.


Anini isani eebise isani daraarse isani horsiise, wold'aqisa anini isani woliini tolfad'e gama kiyyaani jabeesa.


Ijoolleeni waan AABBO Waaqi namaa kennu; isiini eeba d'ugaa ta isa iraa argatani.


Anini si daraarse ilmaani tante gosa heddu sii tolche, ta garileeni hayyu taati.


Worri lafa anini hojattu tiyya Yakobo kenne, ta ababooti worraa keesa teete, keesa tae, worraafi ilmaani worraatifi d'alooti worraa ch'ufti haga jiru jireenna achuma taa. Ammalle hayyu hojattu tiyya Daudi fakaatuti haga jiru jireenna worra mohata.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite