Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 48:2 - KITAABA WAAQA

2 Waan Yakobooni jed'ani, Gurbaani kanke Yusufuuni ya si argu d'ufe. Jennaani inni haga irreeni isaa fuutufi oljed'e sire ufii gubbaa tae.

Gade chapit la Kopi




Uumama 48:2
8 Referans Kwoze  

Dubbi buufata, Aabbo keesa jabaad'a, irre isaa guddooni.


Ilma kiyya, yo atini qaroo taate, anini guddo gammada.


Hojja inni fayya d'abe sire keesa ch'iisule, AABBO Waaqi isa qarqaare fayyise jabeesa.


Anini aka Waaqi na eebise na qarqaareefi waan hayyuuni nani jed'ele iti hime. Worri waan jed'e, hayye, koota, injaara! Duuba hojuma suni kurfahani, huji jala qabatani.


Jennaani Yonathanini artiti iti d'ufe aka Waaqi dandae isa qarqaaru iti hime garaa jabeese


Yoshua, dubbi inni gula deemu male taani iti himi, garaafi herega isaa jabeesi; wonti akanatiifi inni lafa atini agarte taani biyya geese iti qubachiisa.


Eegi suni waan Yusufuuni jed'ani, Abbe fayyaniti, beekhi. Duuba inni ilmaani isaa lachu Manaseefi Efraimu fuud'e abba argu d'aqe.


Yakobooni waan Yusufuuni jed'e, Waaqi Guddaani lafa Kanaani keesati fulla Luzuti nati mullate na eebise


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite