12 Jennaani Yusufuuni Yakobo ijoolle iraa guure d'aatu isati jilbifate mataani gajed'e.
Yusufuuni, ka gudda lafa Misiri nama lafa ch'ufa keesaa d'ufe mid'aani iti gurgure. Jennaani oboleyaani isaa d'ufte durati lafaa gajejette.
Ijoolle, maro Kristotiifi worra keesani saalfad'a, wonti kunini waan tolchu malani.
Ijoolleeni isiileeni isii eebifti, d'iirsi isiileeni isii faarse.
Isiini miila Elishati jidde, galata deebifteefi gurba ufi fud'atte, kaate iti d'aabate.
Jennaani Bathshebani kaate gara hayyu d'at'e aka dubbi Adonia taani iti haasaftu. Hayyichi olkae, haad'a isaa durati gajed'e, nagaya fuud'e barch'uma ufi ira gadi tae, ammalle barch'uma d'ibi isii fuud'e isiini d'aatu isaa moga mirgaa teete.
Jaarole saalfad'a, duraa kaa. Nale sodaad'a, anini AABBO Waaqa.
Isani nami ch'ufti abbaafi haad'a teesani saalfachu maltani, ammalle Sabato tiyyale jabeesu maltani. Anini AABBO, Waaqa keesani.
Jennaani Musani hurrise lafati gajed'e kad'ate
Abbeetiifi haateti saalfad'i, aka lafa AABBO Waaqi sii kenne keesati lubbuuni tante d'eerattu.
Ufi worra dura deeme oboleesa isati d'iannaani maro torba durati gajed'e.
Abrahamuuni worra dura gajed'e waan jed'eeni,
Yo malaikaani lamaani taani galgala Sodoma d'ufte, Lutuuni fullo dira suni ke taa. Inni worra arge jennaani fuula keesa deeme dura gajed'e waan jed'eeni,
Inni olmillate nama sadi ka ejaanju arge jennaani kae fuula ke fiige gajed'e
Israeliini waan Yusufuuni jed'e, Anini taka waan fuula kanke deebie argu inseene, ammo amma Waaqi la ijoolle teetile na agarsiise.
Yusufuuni Efraimu harka bita ka Israeli d'aabe Manase harka mirga d'aabe.