Uumama 47:9 - KITAABA WAAQA9 Yakobooni waan jed'eeni, Anini haguma d'alad'e gudduma lafa keesa godaane, waan ani sehu ganni kiyya amma d'ibba tokofi sodoma inuma gaha. Anini haga abbooti tiyya ganna d'eera inteenne, ganni kiyya gabaaba, gabaabani kunileeni ka gaargalaati. Gade chapit la |