Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 47:18 - KITAABA WAAQA

18 Ganni suni hobae jennaani ammalle fulla isaa d'ufani waan jed'aniini, Aabbo, wonti si d'ossinu injirtu, beeseeni ya nuraa hobaate, horiini keenna ch'ufti amma keeti. Sai toko nu dura ineju, lubbufi oobru male waan d'ibi ka si baamnu inqamnu.

Gade chapit la Kopi




Uumama 47:18
4 Referans Kwoze  

Ee hayyicha, worri kunini ya waan hamtu tahe, raaga Yeremia dabse, eela keesa buuse. Maro sagaleeni dira kana keesa injirreefi inni amma garaachumani dua.


Jennaani ato hayyuuni Israeli naabo d'akha ta diraani jaarani, gubbaa deemu, niitiini toko iti iyyite waan jetteeni, Ee hayyicha, na qarqaari!


Duuba hori ufii Yusufutiini d'ufani, inni farda, ree, looni, harrele ch'ufa iraa guure sagale kenneefi. Ganna suni ch'ufa akanuma hori iraa guure sagale kenneefi.


Duu nu d'owi, lafa teennale badi d'owi, nufi oobru teenna bitad'i, sagale nuu kenni. Nu tisse Farao taane, lafti teennaleeni ta isaa taati. Mid'aani nu nyaannufi sanyi oobru keesati fach'aamnule nuu kenni, aka nu indoone.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite