Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 47:13 - KITAABA WAAQA

13 Duuba beelti jabaatte, sagale fulla ch'ufa d'abani; worra Misiritiifi ka Kanaanile beelti laafifte.

Gade chapit la Kopi




Uumama 47:13
9 Referans Kwoze  

Eegi suni beelafi gaargali guddaani lafa Misiritiifi ta Kanaani d'ufe ababooti teennaleeni sagale d'abde.


Nami woraanani due, nama eegi suni, garaachani gaargale hobae ira gooma.


Duuba anini waan jed'e, AABBO Waaqa, lafti maalifi onte gogodde lafa gamooji ta nami keesa injirre taati? Eenuti qalbi waan kanaani hubatu qaba? Atini eenuti himte. Aka inni nama d'ibi barsiisu?


Ahabuni waan Obadiani jed'e, Me, maddaafi laga ch'ufa keesa nu yaasi, marra fardooleefi gaangele duu d'owu barbaanna, akasiini hegeri hori keenna lubbu baamna.


Sagaleeni olkayani suni, gaafa ganni torbaani beela ka lafa Misiriti d'ufu, nama ch'ufa geete, akanaani biyya sila beelaani dootu duu d'owarti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite