Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 47:12 - KITAABA WAAQA

12 Duuba Yusufuuni sagale abba isaatiifi oboleyaani isaatiifi ammalle worra abba isaa ch'ufa, ijoolle didiqole ch'ufa kenneefi.

Gade chapit la Kopi




Uumama 47:12
16 Referans Kwoze  

Yo atini lafa Gosheni keesa teete, anini dandae si qorqorad'a, ganni beela shani d'ibiti hafa, anini worra keetifi hori kanke ka beelaani hobau imfed'u.


Ammo yo nami fiit'a ufi inqorqoranne, keesuma abbaafi haad'a isaa, inni ya d'ugefacha lakise, jara ind'ugefannele ingahu.


Ammo yo nad'eeni d'iirsa inqamne ijoolleefi akowaani qabaatte, ijoolleeni suni qara ha aada Waaqa gula worra ufi guutu, kara kanaani worra ufitiifi akowaani ufi galata guddisa baafti, akasi ch'allaani Waaqa gammachiisani.


Fayyafi irreeni nafaa wo namaa darti, ammo fayyafi irreeni lubbu kara ch'ufaani wo namaa darti, maro jireenna ka ammatiifi ka hegerile namaa kennituufi.


ato aka ergattu Kristo nu waan feenu sila dandeenne isani ira barbaannele. Ammo nu gaafa isani woliini jirru guddo isani qorqoranne, akuma haati ijoolle ufi qorqorattu.


Intalti ilma keeti, ta si jaalatte ilmaani tante ta d'iira torbaani ira wa si baate, ya akko si d'alte, ka jireenna sii deebise lubbu si d'eeresu.


Abbeetiifi haateti saalfad'i, aka lafa AABBO Waaqi sii kenne keesati lubbuuni tante d'eerattu.


Hojja mid'aani murani kintaala shani ka isani argattani ch'ufa keesa, toko Farao kenna. Ka hafe gama toko sanyi tolfad'a, kaani isanifi ilmaani teesani nyaad'a.


Yusufuuni nama lafa Misiri muumme tana fuud'e taaniti d'aabe, ch'ufa tissele Farao tolche.


Jennaani Yusufuuni oboleyaani isaa shani fud'ate gara Farao d'aqe waan jed'eeni, Abbaafi oboleyaani tiyya ya lafa Kanaaniti ree, looni, waan qabani ch'ufa guuratani d'ufani, ammatana lafa Gosheni jirani.


Woma tokole insodaatina; isanifi ijoolle teesanile imfida. Akanaani inni worra kibe garaa jabeese.


Waaqumati isani dura na erge, aka anini hidda keesani badi d'owe, ilmaani teesani beela iraa haftu.


Aka nati d'iaattu, lafa Gosheni keesa teetu — sii, ilmaani teeti, akhakhowani teeti, ree teeti, looni keeti, wonti atini qabdu ch'ufti lafa suni teeti.


Ammo fit'a isaatiifi nami isaani bulu isa gaargalcha. Worri akuma okholeefi sorora fafannisani, isati fafannifama!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite