Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 45:7 - KITAABA WAAQA

7 Waaqumati isani dura na erge, aka anini hidda keesani badi d'owe, ilmaani teesani beela iraa haftu.

Gade chapit la Kopi




Uumama 45:7
8 Referans Kwoze  

Namichi gumiini Israeli didde Musa. Worri waan jed'eeni, Eenuti gudda keennafi jaallaba si tolche? Nami Waaqi aka inni gudda gumi suni tahe, qarqaarsa malaika gurbi bobeetu keesa isati mullateni worraa baase isuma;


Atini hayyu kiyyafi Waaqa kiyya, ka gumi tante ta Yakobo dabsachiifte,


Waaqi dabsacha guddo hayyu isaati kenna, ammalle nama fohate muude haga jiru ch'ufa jaalata, Daudifi d'aloota isaa ch'ufa.


Jennaani inni guddo d'eebote, AABBO Waaqa yaamate waan jed'eeni, Siumati worra kana na dabsachiise; anini ara d'eebuuni due nyaapa Filisti kunini ka aada inqamne na qaba?


Jennaani isaafi jari isaa jiddu oobru suni keesati baqachu, dide d'owatte worra Filisti had'e hobaase, AABBO Waaqi worra qarqaare, akasiini worri worra dabsate.


Waan na gurgurtani amma ilaalefatina, yokhaani wollaali keenna injed'ina. Waaqumati isani dura na erge, aka anini lubbu biyyaa baasu.


Isani waan hamtu na tolchu feetani, ammo Waaqi waan hamtu suni garagalche dansaa tolche, aka nama heddu ka sila duu lubbu baasu.


Duuba Yusufuuni sagale abba isaatiifi oboleyaani isaatiifi ammalle worra abba isaa ch'ufa, ijoolle didiqole ch'ufa kenneefi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite