Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 44:26 - KITAABA WAAQA

26 Ammo nu waan jenneeni, Yo oboleesa keenna maand'ichaani yaani male, dandeenne namicha suni dura inejannu. Yoi nu yaanu yo oboleesi keenna maand'ichi nu woliini deemu ch'alla.

Gade chapit la Kopi




Uumama 44:26
6 Referans Kwoze  

Ammalle yo namichi mana keesa jiru kaani, Aabbo na ingaargalchiini balbala yayu ch'ufani, anaafi ijoolleeni tiyya ya ramne, anini kae woma siti kennu indandau isaani jed'e.


Jennaani inni, Dachaa, sagale diqo toko nu bita jed'e.


Abbaani keenna waan nuuni jed'e, Niitiini tiyya Raheliini ijoolle d'iira lama ch'alla naa d'alte, imbeetani.


Kara kanaani d'uga teesani laala: anini maqa Faraotiini kakhad'a, aka isani haga oboleesa keesani diqaani d'uftaniti armaa iyyaane.


Namichi hojattuuni kaani subba nama ch'ufa ka angafa iti keeyate ka maand'atii d'aabe soqe barbaade, duuba muduunu subba Benjamini keesati arge.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite