Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 44:11 - KITAABA WAAQA

11 Jennaani nami ch'ufti maro tokotu miha isaa harre iraa hiikhate subba ufii babane.

Gade chapit la Kopi




Uumama 44:11
3 Referans Kwoze  

Inni waan jed'e, ha taatu, ammo nama muduunu irati argani ch'allati tisse naa taha, isani kaani d'ibi dubbi womatu iraa inqabu.


Namichi hojattuuni kaani subba nama ch'ufa ka angafa iti keeyate ka maand'atii d'aabe soqe barbaade, duuba muduunu subba Benjamini keesati arge.


Fulla bultiti worri nami toko harre mid'aani kenna subba ufii hiikhe jennaani beese qara mid'aaniini bitate taani keesati arge.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite