Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 43:7 - KITAABA WAAQA

7 Worri waan jed'eeni, Namichi waan worra keenna gaafate lakisu dide. Abbaani keesani inuma jira? Oboleesa d'ibi qabdu? nuuni jed'e. Nu gaafi isa gula akasi jenneeni. Nu akamiini beena, aka inni, Oboleesa keesaniini koota nuuni jed'u?

Gade chapit la Kopi




Uumama 43:7
6 Referans Kwoze  

Ammo Yudaani waan jed'eeni, Namichi aka jaba nuti d'aame waan nuuni jed'e, Oboleesa keesaniini d'uftani male, fuula kiyya dura imbahiina.


Inni nagaya worra fuud'e waan jed'eeni, Jaarsi abba keesani ka isani baantani kaani jira? Inni baraa fayyaa?


Worri waan jed'eeni, Nu oboleyaani kud'ani lamaati, Aabbo, ilmaani abba toko, lafa Kanaani keesati. Maand'ichi aabbo birati hafe, ammo toko injiru.


Yakobooni waan jed'eeni, Isani maafi namichaani, Oboleesa d'ibi qamna jettani na gaargalchitani?


Aabbo, atini waan nuuni jette, Isani abbaafi oboleyaani tokole qabdu?


Nuuni ch'ufti oboleyaani, nu nama d'ugaati, hameenna womaatifu ind'umne jed'aniini.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite