6 Yakobooni waan jed'eeni, Isani maafi namichaani, Oboleesa d'ibi qamna jettani na gaargalchitani?
Yo didde, nu iyyaanuyu, wonti akanatiifi namichi waan nuuni jed'e, Oboleesa keesaniini d'uftani male, fuula kiyya dura imbahiina.
Worri waan jed'eeni, Namichi waan worra keenna gaafate lakisu dide. Abbaani keesani inuma jira? Oboleesa d'ibi qabdu? nuuni jed'e. Nu gaafi isa gula akasi jenneeni. Nu akamiini beena, aka inni, Oboleesa keesaniini koota nuuni jed'u?
waan Musani jed'ani, Fulla iti nu awaalaniti lafa Misiri keesa injirre mo? Atini maafi lafa aloo tanati baafte nu fit'a? Waan atini lafa Misiri keesaa baafte nu tolchite laali!