Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 43:25 - KITAABA WAAQA

25 Duuba worri waan Yusufu d'ufeeni kaani, aka saa jaa hojja inni d'ufu iti kennu, kurfeese. Wonti akanatiifi aka worri sagale isa woliini nyaatu ya iti himani.

Gade chapit la Kopi




Uumama 43:25
3 Referans Kwoze  

Abbaani waan worrani jed'e, Yo akasi male intaatu jettani, waan lafti teenna baaftu dansa ch'ufa, ta aka hampefa, dammafa, qumbifa, waan aka ogomdifa qolaatifa guura, namicha guddaa geesa.


Yusufuuni Benjamini worra birati arge jennaani waan hojattu isaatini jed'e, Worra kana mana kiyya geesa, arra saa jaa sagale woliini nyaanna, tanaafi hori qala, waan ch'ufa kurfeesa.


Jennaani worri waan namichaa geesani sunifi beese mid'aaniini bitatani haga duri kaani ira maro lama fuud'ani, Benjaminile woliini kaani, lafa Misiri d'aqani, fuula Yusufu dura d'ufani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite