Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 43:2 - KITAABA WAAQA

2 duuba eegi worri Yakobo mid'aani Misiri galateeni kaani nyaate fit'e, Yakobooni waan ilmaani isaatini jed'e, Beena, dachaa, mid'aani diqo toko ammalle nuu bita.

Gade chapit la Kopi




Uumama 43:2
11 Referans Kwoze  

Ammo yo nami fiit'a ufi inqorqoranne, keesuma abbaafi haad'a isaa, inni ya d'ugefacha lakise, jara ind'ugefannele ingahu.


Isiini lafa oobru laalte bitatti, beese daldala keesa argateeni zabibu fach'aafatti.


Ufi saaditini baditi nama geesiti, kiyyibileeni duani nama gaha.


Hiyyeesi AABBO Waaqa sodaatu dureesa gaargala qabu ira jira.


Aabbo, nu qara sagale binna jenne arma d'umne.


Yo atini oboleesa keenna nu gula ergite, nu deemne sagale sii binna.


Beelti lafa Kanaani haga qarale ira hammaatte,


Ammo Yudaani waan jed'eeni, Namichi aka jaba nuti d'aame waan nuuni jed'e, Oboleesa keesaniini d'uftani male, fuula kiyya dura imbahiina.


Jennaani inni, Dachaa, sagale diqo toko nu bita jed'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite