Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 43:12 - KITAABA WAAQA

12 Ammalle beese tana male, beese subba keesati isanii deebisani taanile fuud'a, hegeri wollaalafi isanii deebisani.

Gade chapit la Kopi




Uumama 43:12
12 Referans Kwoze  

Yusufuuni hojattu ufii yaame, Subba worra mid'aaniini guuta, duuba nama ch'ufa beese isaa subba isaati deebisaafi woreegale kennaafi jed'eeni; worri akasuma tolche.


Jennaani yo worri subba ufii hiikhe mid'aani keesaa jisse, kuno, beeseeni worri biteeni taani tana. Beese arginaani worrafi abbaaleeni nahani bakhakhani.


Yeso Kristoni sunuma, ka kale, ka arra, ka haga jiru jireenna.


Waan ch'ufa laalad'a: waan dansa olkeyad'a,


Akanaani nami tokoleeni oboleesa ufiti dabe waan isaa iraa imfud'atiini. Nu waan kana qara isaniti himne, ya isani guddo gorsine, aka Aabbooni worra waan akana kana tolchu balleesu.


Dubbi buufata, oboleyaani tiyya hojja ch'ufa dansumafi qajeelumumafi d'ugaafi balchumafi qulqulloomafi waan dansa mirgiti ta faarsu malani herega.


Nu waan qajeela fuula Waaqa dura ch'allaaniti ammo fuula namale durati tolchu feena.


Gati nama tokole imfud'atiina, gatiini isani qabdani ta jaalala woli ch'alla tahinna. Nami nama d'ibi jaalatu ch'ufti ya seera guute.


Yo nami waan hamtu isani tolche waan hamtu isa intolchiina. Waan nami ch'ufti dansa sehu ch'alla tolcha.


Oboleesa keesani fud'ad'a, beena yaa.


Duuba karaati bulti miha hiikhanne jennaani nu namu beese qara mid'aaniini bitanne taani afaani subba keennati argine, beeseeni suni tokochi qubaleeni inhamne, amma layu sitiini d'umne.


Ammalle beese sagaleeni bitannu d'ibiini ya d'umne. Nama beese teenna nuu deebise nu imbeennu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite