Uumama 42:21 - KITAABA WAAQA21 waan woliini jed'ani, Me laala, nu gati daba keenna argachu jirra, ta gaafa nu oboleesa keenna dabsine, inni gaafasi naasu nu kad'ate, nu ammo nahuufi dinne; tanaafi amma gaargali kunini nu qabate. Gade chapit la |
Tanaafi wonti amma AABBO Waaqi jed'u tana: Isani yayu seera kiyya ch'absitani; isani nama gosa teesani balchuma kennuufi diddani. Hayye hataatu, aninileeni balchooma isanii kenna: balchoomi kunini ka woraanafi beelafi d'ukubaani isani hobaasu. Gochiti lafa keesa jirtu ch'ufti, yo waan anini isani tolchu agartu, irifati.