Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 42:11 - KITAABA WAAQA

11 Nuuni ch'ufti oboleyaani, nu nama d'ugaati, hameenna womaatifu ind'umne jed'aniini.

Gade chapit la Kopi




Uumama 42:11
8 Referans Kwoze  

Yo isani nama d'ugaa taatani, nama toko hid'aansa keesati lakisa; isanini kaani sagale bita, worra keesani, ka garaachi fit'e, sunitini gala.


Ammo waan tolchinu ch'ufa keesati aka hojattu Waaqa ufi agarsiisu feena. Gaargalafi d'ipufi hameenna ch'ufa inoobsina.


Nami qalbi ufiitini dubbatu guddinna barbaada. Ammo anini ka guddinna Waaqa na erge barbaadu ka d'ugaati; ammalle na keesa d'arti injirtu.


Inni waan jed'eeni, Lakisa, akasiniti, isani akuma lafti woma inqamne laalu d'uftani.


Isani nami toko deema, isa fuud'a, isani kaani inhid'ani, haga d'uga dubbi teesani arganiti. Yokhaani Maqa Faraotiini kakhad'a, isani dooyuma.


Nu dooyaniti, nama d'ugaati jenne dinne.


Worri waan jed'eeni, Namichi waan worra keenna gaafate lakisu dide. Abbaani keesani inuma jira? Oboleesa d'ibi qabdu? nuuni jed'e. Nu gaafi isa gula akasi jenneeni. Nu akamiini beena, aka inni, Oboleesa keesaniini koota nuuni jed'u?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite