Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 41:9 - KITAABA WAAQA

9 Jennaani gololchituuni daad'i kaani waan Faraoni jed'e, Arra wollaala kiyya ya qaabad'e.

Gade chapit la Kopi




Uumama 41:9
4 Referans Kwoze  

Ammo ato akasile taate, gololchituuni daad'i kaani qonqo Yusufu taani ded'e ituma deebie dubbi isaale ira imbaane.


Ammo yo wonti ch'ufti sii mid'aade na qaabad'i, hayyuti naa haasai, aka akanaani mana kana keesaa na baasani.


haga wonti Yusufuuni fage guutamtuti. Dubbini Waaqaa d'uga isaa murte.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite