Uumama 41:8 - KITAABA WAAQA8 Lafti bariinaani waan oobjate kaani d'ind'ise, worra wa himufi worra qaqaro, ka lafa Misiri keesa jiru, ch'ufa wolti yaame waan oobju ufii iti haasae, ammo nama waan isii himu d'abani. Gade chapit la |
Jari woi beekhu toko, ka Epikureofi Stoiko jed'ani, isaani dubbi morme. Nami gari waan jed'e, Namichi daallichi kunini maani jechu jira? Ammo ka gari waan jed'e, Inni nama waan waaqoota ka nami imbeenne hasau jiru fakaata. Wonti worri akana jed'eefi waan Pauloni waan Yesotiifi waan kaisa isaa worrati hasaeefi.