Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 41:12 - KITAABA WAAQA

12 Gurba kaima tokoti, ka gosa Ebrania, ka hojattu gudda askarti, gaafasi nu woliini jira; duuba oobju teenna iti himne jennaani waan isiini d'ooftu nuti hime.

Gade chapit la Kopi




Uumama 41:12
5 Referans Kwoze  

Haga inni akasuma bohu, worri gosa Midiani kaani Yusufu Misiri keesati Potifati gurgurate. Potifaani suni huji Farao keesa jira, askartiini mana Farao eeddu ch'ufti isa jala jirti.


Inni Yusufu qabsise fulla hayyuuni iti nama hid'uti isa hid'e achumati lakise.


Duuba worri gosa Ishmaeli kaani Yusufu fuud'e lafa Misiriti geese, achiti hojattu hayyuu, ka gudda askarti mana isaa eeddu, ka Potifa jed'aniti gurgure.


Waaqi jara kaima afrani kaani beekhafi hubacha waan soomanini baratani kenneefi. Tana malele inni Danieli qalbi inni daayyafi oobjuuni himu kenneefi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite