Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 40:9 - KITAABA WAAQA

9 Duuba namichi daad'i gololchu kaani waan jed'eeni, Oobju tiyya keesati mukha zabibu ufi durati arge.

Gade chapit la Kopi




Uumama 40:9
9 Referans Kwoze  

Jennaani Danielini d'ufe. (Isaa maqa waaqa kiyya gula maqa d'ibi Belteshaza iti baasani.) Inni lubbu waaqoota qulqullo qaba tanaafi anini oobju tiyya iti hime. Anini waan jed'eeni:


Ee hayyicha, oobju tante keesa atini akheekha nama gudda bibiliqu, ka nami millatu ch'ufti sodaatu, agarte.


Eegi guddo turani worri hayyicha Misiri hojatu, ka toko daad'i gololchufi ka kaani qit'a d'aabu, hayyu dallansiisani.


Faraoni guddo dallane


Worri waan jed'eeni, Nu lachu oobjanne, nama waan oobju suni nuti himu d'amne. Jennaani Yusufuuni waan jed'eeni, Himaansi ka Waaqatiniti? Me, oobju teesani nati hima.


Mukhi suni dame sadi qaba; dameeni baala baafte, daraaraani mullate, mid'aanileeni bilchaatani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite