Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 40:4 - KITAABA WAAQA

4 Worri hid'aansa suni keesati ture, guddaani askartileeni Yusufu hojattu worraa tolche.

Gade chapit la Kopi




Uumama 40:4
7 Referans Kwoze  

AABBO Waaqaa ufi kenni, isaa d'aabad'u duuba inni si qarqaara.


Duuba worri gosa Ishmaeli kaani Yusufu fuud'e lafa Misiriti geese, achiti hojattu hayyuu, ka gudda askarti mana isaa eeddu, ka Potifa jed'aniti gurgure.


Haga inni akasuma bohu, worri gosa Midiani kaani Yusufu Misiri keesati Potifati gurgurate. Potifaani suni huji Farao keesa jira, askartiini mana Farao eeddu ch'ufti isa jala jirti.


worra lachu mana gudda askarti keesati hid'e, fulluma Yusufu iti hid'ani taaniti.


Halkani toko hojattuuni hayyu taani lachu oobju ufii oobjatte, oobjuuni worraa suni waan garagara himte.


Duuba haga guyya sadi worra hid'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite