Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 4:2 - KITAABA WAAQA

2 Eegi suni ilma d'ibi d'alte maqa Habili baafteefi. Habiliini nama ree tissu, ammo Kainiini nama oobru qotu.

Gade chapit la Kopi




Uumama 4:2
19 Referans Kwoze  

Nami oboleesa ufi jibbu ya nama ijeese; isani imbeetani aka nami nama ijeesu jireenna hegeri ufi keesa inqamne.


Aka Kaini tahu himmalle; inni goli Sheet'ana tahe, oboleesa ufi ijeese. Kaini maafi isa ijeese? Maro wonti oboleesi isaa tolche qajeela taate, ta inni tolche hameenna taateefi.


haga d'iiga Habilitiifi haga d'iiga Zekaria, ka jiddu fulla sorio iti qalaniifi fulla qulqulloti ijeesani. Ee, waan anini jed'u, d'iiga ch'ufa d'aloota kana iraa fed'ani.


Maro waan kanatifi ijoolle Waaqatiifi ijoolleeni Sheet'ana gargari gorti: nami d'uga intolchine yokhaani ka oboleesa ufi injaalanne ch'ufti ka Waaqaatiiniti.


Abbaani keesani Sheet'ana, ammalle d'araa abba keesani tolchu feetani. Inni haguma duriiti nama ijeesa, d'ugale woma ira inqabu, waan d'ugaani isa keesa injirreefi. Yo inni d'ara dubbate akuma ufi dubbata; wonti akanatiifi inni kiyyiba, abba d'araati.


Faraoni waan jed'e, Hujiini teesani maani? Aabbo, nu tissitu akuma abbooti teenna.


Gaafa toko ka Musani ree sodda isaa Yethro qaallu Midiani tissu, inni ree suni lafa aloo keesa gama ila adu fach'aase, reeni suni gaara qulqullo Sinaitiini baate.


Jennaani AABBO Waaqi huji tiyya ta tikha keesaa na fuud'e waan naani jed'e, Beeni, gumi tiyya ta Israeliti woi himi.


Ijoolleeni waan AABBO Waaqi namaa kennu; isiini eeba d'ugaa ta isa iraa argatani.


Yakobooni Yusufu yaame waan jed'eeni, Waan taatu, beeni, Shekemu fulla oboleyaani tante ree foorsitu, d'aqi. Yusufuuni, Hayye, ind'aqa jed'eeni.


Nami qara oobru qote zabibu keesati oobre Nuhu.


Tanaafi AABBO Waaqi oobru Edeni keesaa gusse biyye isa iraa mid'aasani qotachiise.


Tanaafi d'iiga raagoota ch'ufa, ta haga lafti uumamte ijeesani, d'aloota kana iraa fed'ani,


Duuba Adamuuni Hawai niiti tolfate, isiini garaachoofte Kaini d'alte waan jette, Qarqaarsa AABBO Waaqatini ya ilma argad'e.


Eegi turani, gaafa toko Kainiini waan oobru keesaa argate d'ufeeni AABBO Waaqaa baase.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite