Uumama 4:14 - KITAABA WAAQA14 Atini ya fuula kanke duraafi lafa tana iraa na gussite, worra d'abe seseege lafa mare, ammalle nami na argu ch'ufti na ijeesa. Gade chapit la |
Amma tana, Aabbo, gochiti tiyya ch'ufti nati kaate waan nani jettu, gurba oboleesa isaa d'ae ijeesa kaani nuu kenni, aka waan inni oboleesa isaa ijeesefi nuleeni isa ijeemnu. Duuba hojja worri kara sunini gurba kana ka na d'aalule ijeese, worri daara na d'owe d'iirsa kiyya ka injirrele maqa balleesa.