Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 39:5 - KITAABA WAAQA

5 Haga guyya suniti asi AABBO Waaqi Yusufu jed'e worra namicha Misiri sunifi waan inni manafi oobru keesa qabu ch'ufa eebiseefi.

Gade chapit la Kopi




Uumama 39:5
9 Referans Kwoze  

Ammo Labaniini waan jed'eeni, Anileeni jecha toko qaba; anini ya faalaani arge aka AABBO Waaqi sii jed'e na eebise na horsiise.


waan naani jette, Paulo, insodaatini, atini Kaisari dura ejachu malte; ammalle ilaali, Waaqi nama si woliini yau kana ch'ufa ya sii kenne.


Maqaani hayyu haga jiru imbadiini; guuri isaa haga aduuni jirtu ha jiraatuuti. Gochiti ch'ufti ha isa faarsite, Waaqa kad'ate, Nu eebisi jettuti, worri hayyule ha eebisuti.


Anini ilmaani guddo sii kenna, ta gosa guddo taatu. Anini si eebise maqa dansa sii kenna, aka maqa kanketiini namaa eebisani.


Waaqa, Abba Aabbo keenna Yeso Kristo galata deebimna! Inni Kristo keesa nu eebise eeba ch'ufa ta lubbu gubbaa nuu kenne.


Eebiti tante ta haga jiru jireenna isa woliini jirti, waan atini isa woliini jirtuufi inni ingammada.


Gaafa Waaqi lafa Sodomafi Gomora balleese suni, inni Abrahamu qaabate Lutule nagayaani achi keesaa baase.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite