Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 39:22 - KITAABA WAAQA

22 Inni kaani nama hid'ani ch'ufa harka Yusufuti lakise, huji achiti tolchani ch'ufa gubbaa isaa tolche.

Gade chapit la Kopi




Uumama 39:22
8 Referans Kwoze  

Potifaani adabafi huji isaa maache, huji mana isaa harka isati lakise, waan qabu ch'ufa gudda iti tolche.


ammo nami ufi inguddimne lafa d'aale woi horate, nagayaani taa.


AABBO Waaqa d'ugeefad'i, waan dansaa tolchi; lafale nagayaani keesa tai.


Tanaafi anini, AABBO Waaqi Israeli, waan jed'u: Anini duri aka worraafi gochiti tante haga jiru jireenna qaallu naa tatu kakhad'e. Ammo anini amma aka suni ya dide! Anini amma nama na guddisu guddise ammo nama ch'eera naa d'abu tufad'a.


Mana kana keesa naafi inni qit'e. Sii, niiti isaa male, inni waan mana kana keesa jira tokole na ind'owine. Anini duuba akami dandae waan hamtu akana kana tolche Waaqa durati ch'ubbama?


Inni Yusufu qabsise fulla hayyuuni iti nama hid'uti isa hid'e achumati lakise.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite