Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 39:17 - KITAABA WAAQA

17 Inni gallaani, akuma kaani iti himte waan jetteeni, Tissichi gosa Ebrania, ka atini nutiini galte kaani, nati olseene na miid'e.

Gade chapit la Kopi




Uumama 39:17
15 Referans Kwoze  

Waan d'ara indubbatiina, nama d'ara dubbatule d'uga intahiinaafi.


Jennaani qaallichi guddaani woya ufi tarsaase waan jed'e, Atini ya Waaqa arabsite, nu d'uga d'ibi imbarbaannu; armati ya dubbi isaa ta daba d'ageettani;


Nami kora keesati d'ara dubbate akasiini gati iti murani tokoleeni jalaa imbahu, inuma bada.


Nami kora keesati d'ara dubbate gati iti murani jalaa imbahu.


D'arti yoosu dabarti, ammo d'ugaani haguma jirtu indabartu.


Qonqooni nyaapa kiyya ya na mudamsiifte, worri ch'ubbuleeni ya dabse na balleese. Worri nati dallane na jibbe, gaargala natiini d'ufe.


Ch'ubbichi goraade fud'ate t'iya guubeti d'aabe, hiyyeesa woma inqamne ijeese, nama d'uga tolchu fit'a.


Ahabuni Eliya arge jennaani waan jed'eeni, Kunini d'aguma sii, ka lafa Israeli balleese?


Nama tokole yakite waan d'araatiini inhimatini.


hojattu mana keesa hojatu ch'ufati iyyite, D'iiro, ilaala, namichi Ebrania ka d'iirsi kiyya mana kiyyatiini gale kaani ya nu miid'e. Reefu tana nati olseene na buufachu fed'e, ammo anini haguma dandau iti iyye.


Jennaani haga d'iirsi galuti, woya isaa ufi bira olkeete.


Ammo anini qonqo olfud'ad'e iyye, jennaani woya keesaa bahe alati baqate.


Nama jibbani silaaftu inuma arabsani; dubbini sobaleeni badiini namati d'ufti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite