16 Jennaani haga d'iirsi galuti, woya isaa ufi bira olkeete.
Ch'ubbichi nama dansa gaade ijeesuu fed'a;
Wonti akanatiifi nuleeni duri daalle, dubbi inch'aqamne, ta wollaala tolchitu. Nu tissele d'araa nafatiifi gammada gosa ch'ufaa taane. Jireenna keenna ch'ufa daallumafi d'iibi keesa teenne. Nami hedduuni nu jibbe, nuleeni worra jibbine.
AABBO Waaqi waan jed'u, Gumiini tiyya raatu, nale imbeetu, worri ijoolle woma imbeenne, ta woma inhubanne, fakaata. Worri aka waan hamtu tolchu guddo iti qaro, ammo aka waan dansaa tolchu guddo iti daalle.
Ch'ubbichi nama dansati malate, isa jibbe, ila hamtuuni laala.
Aka anini iyye d'agaye jennaani woya keesaa bahe alati baqate jette.
Inni gallaani, akuma kaani iti himte waan jetteeni, Tissichi gosa Ebrania, ka atini nutiini galte kaani, nati olseene na miid'e.