Uumama 39:14 - KITAABA WAAQA14 hojattu mana keesa hojatu ch'ufati iyyite, D'iiro, ilaala, namichi Ebrania ka d'iirsi kiyya mana kiyyatiini gale kaani ya nu miid'e. Reefu tana nati olseene na buufachu fed'e, ammo anini haguma dandau iti iyye. Gade chapit la |